#Coronavirus - GYM (Sochii Qaamaa- Fayyaaf) #RAMADAN-2020 Mana mana keenyaatti sochii qaamaa (GYM) laafaa (Jiddu-galeessa, hanguma humna keenyaatti) tahe hojjachuun nu barbaachisa. Qaamni keenya hanguma jabaataa deemu, dhukkubaaf saaxilamuun laaffataa deema. #Ramadaana2020 - Rabbi nuuf haa laaffisu ■ Rabbiin kadhachaa, Sochii qaamaas hojjachaa, Firaafi Aalii, Hiraa hiriyyoo, Ollaa fi biyyaan dirqama barbaachisu hundaan walyaadataa, Rakkoos walbaasaa, Waliif rakkataa yeroo keenya haa dabarsinu. Rabbi tika isaa jalatti nu haa hammatu. ■ #Ramadaana Milkii fi Rakkataan itti milkaa'u, Dhukkubsataan itti fayyu, Araarama itti argannu nuuf haa tahu. #Ulfaadhaa! https://www.instagram.com/p/B_NTr7OAlQa/?igshid=ubinsktmwb7i











