Abdii Hin Kutatinaa - Muktar Usman
Chorus Olola diinaatiin, abdii hin kutatinaa Olola gad xuuxi, abdii hin kutatinaa Jabaadhaa Oromoo, WBO keenna wajjin Ni moona ni moona Jabaadhaa Oromoo, WBO keenna wajjin Ni moona ni moona Olola diinaatiin, abdii hin kutatinaa Olola gad xuuxi, abdii hin kutatinaa Jabaadhaa Oromoo, ABO dha qabna Ni moona ni moona Jabaadhaa Oromoo, itti fufaa qabsoo Ni moona ni moona
Verse 1 Hayyuu meeqa, gootaa meeqa Qabsoo kanaaf itti dhabne? Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jenne Bakka hin geenna kaayyoon isaani Dhiiga hin baafna guma isaaniif Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jenne Barii hin jiru ka akka keenna Sabni gabroomee jiraatu Oromiyaaf jenne Oromiyaaf jenne Tarree galle haa qarsoomnu Lubbuun teenna wareegamtu Oromiyaaf jecha Bilisummaaf jecha Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jenne Oromiyaaf jecha Bilisummaaf jecha
Chorus
Verse 2 Qabeenyaa fi beekumsa illee Qabsoo _________ jiru Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jennee Hardha _______________ Boruu sana jalaa hin baanu Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jennee
Bakka feete duutii hin ooltu Lubbuun du’uuf maa dhalattee? Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jennee Seenaa qabdi gumaa qabdi Lubbuun sabaaf wareegamte Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jennee Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jennee Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jennee
Chorus
Verse 3 Hayyuu meeqa, gootaa meeqa Qabsoo kanaaf itti dhabne? Oromiyaaf jennee Bilisummaaf jenne Bakka hin geenna kaayyoon isaani Dhiiga hin baafna guma isaaniif Oromiyaan teenna Bilisummaan keenna Barii hin jiru ka akka keenna Sabni gabroomee jiraatu* Oromiyaan teenna Oromiyaan teenna Tarree galle haa qarsoomnu Lubbuun teenna wareegamtu Oromiyaan teenna x10
Click here to submit corrections Walaloo kana sirreessuu dhaaf as tuqi














