QABXIILEE IJOO NAMA MUL’ATA ISAATTI MILKAA’UU BARBAADU KARAA IRRABUUSAN 250:
MILKAA’UU BARBAADU Hundumaa dursii mul’ata kee adda baafadhuu beeki! Akka bira gahuu dandeessu abdiiguutuu qabaadhu! Yaadni fi abjuun kee waa’ee mul’ata keetii qofa haa ta’u. Haalota mul’ata kee irraa si danqan yaadan qabuu dhiisii ija kee irra dabarsii fuuldura kee(milkaa’ina borii kee keessatti) of ilaali! Jireenya kee, adeemsa kee yeroo hundumaa Waaqayyo wajjin godhadhu! Waaqayyo mul’atakee…












